Kitaaba Seenaa Oromoo Pdf4/27/2021
But opting out of some of these cookies may have an effect on your browsing experience.Dhibbaa alagaa bitamuu waggaa dhibbaa Oromoo irra turuurraa kan kae hedduun.Ilmaan jaarsaa warra kitaabaa dhalatan hundaan hiriyyaa tahuu dandayu, jechuun ilmaan kormaa wajjiinillee hiriyyaa walii tahuu dandayu.Idileen sadarkaa kanatti kan ilaalle garuu, Dooramni qophii aangoo qabachuuf godhamuudha.
Yubooma waggaa 56 Gadaa Tuulamaa keessatti Gadoomni waggaa 32 40 gidduutii waan taheef kana yaadachiisuun barbaachisaadha. Sirna Gadaa keessatti yeroo garagaraatti aadaan jireenya hafuura ilmaan Oromoo calaqqisan jiru. Afaan Amaaraatti dawwee jechun, dhukkuba lamxii jechuudha Muudana: Akkaataa dinagdeefi polotikaa issaarraa aadaan hawaasa Oromoo keessatti, bara Gadaa dagaagee beekamaa ture. Gocha gara-jabummaa habashaa kanammoo Oromoon sirna Gadaa jalatti ijaaramuun yeroodhaa gara yerootti gootummaafi jabina isaa agarsiisaa tureera. Sadarkaan Gadooma isaanii waggaa 40 jiddutti waan tahaniif, isaan keessatti dalagaa akkanaa doorama kan qaban wagaa jidduutti kan jiran Tuulama keessatti Qondaala, Ituu keessatti Raaba, akkanatti ofqopheessu. Godaansi ummata kitaava ballama qabatee jaarraa akkasiitiin godaana hinjedhu. Kana keessatti hooda, safuu, beekumssa, qaroomaafi yaadumsi qooda guddaa kennu. Hatahuu malee, Biifoleen akka Luboota isa duraa lafa haaraya qabachuudhaan hinmilkooyne. Gurmuu kanaan akkaataan jiruufi jireenya dhala Oromoo hundaatu keessatti murtaawa. Ilmi Marsaa tokko fixee, Gadaan isaa kan abbaa tahe, kan itti aanu kan ilmaan isaa taha jechuudha. ![]() Gosootni kun akkasitt walitti dhufanii tokkooma gosaa tribal confederacies tolfatan. ![]() Haalli isaanii warra biyya bulchuu ykn qondaaloota Gadaa wajjiin walitti hidhataadha. Ayyaana buttaa malee, kanneen sirna kana fakkaatanii maqaa mataa isaanii qaban sadarkaa oliiti dhaabbata tahanii yeroo beekoomaatti kabajaman hedduudha. Ummatni kamiyyuu ni sossoha, bakka takka gadhiisee bakka biraatti ni godaana. Bara Michillee injifannoo guddaan argame garuu, Islaamootarratti ture. Well assume youre ok with this, but you can opt-out if you wish. Out of these cookies, the cookies that are categorized as necessary are stored on your browser as they are as essential for the working of basic functionalities of the website. We also use third-party cookies that help us analyze and understand how you use this website. These cookies will be stored in your browser only with your consent.
0 Comments
Leave a Reply.AuthorWrite something about yourself. No need to be fancy, just an overview. ArchivesCategories |